Sunday, August 9, 2020

#AbiyMustGo

የወላይታ ሕዝብ የትግል መሪዎች መታሰርን አስመልክቶ ወብን ያወጣው አስቸኳይ መግለጫ
KMN:- Aug. 09/2020
================
መንግሥት ሠላማዊና ሕጋዊ የሆነውን የሕዝብ ጥያቄ ወደ ሁከት ለመቀየር የሚደርገው እንቅስቃሴ እንዲያቆም አጥብቀን እንጠይቃለን፡፡
ዛሬ ቀን ነሐሴ 3 ቀን 2012 ዓ.ም የወላይታ ዞን አመራሮችና ከተላያየ አደረጃጀት የተወጣጡ የወላይታ ብሔራዊ ክልላዊ መንግሥት ምሥረታ አስተባባሪ ካውንስል አማካሪ ቦርድ አባላት በወላይታ ጉታራ ስብሰባ ላይ ባሉበት ወቅት ድንገት በመጣው የመከላከያ ኃይል ታፍነው ታስረዋል፡፡ የወላይታ ዞን ኮር አመራሮች፣ የሀገር ሽማግሌዎች ተወካዮች፣ የድርጅታችን የዎብን አደረጃጀት ጉዳይ ኃላፊ፣ የወህዴግ ም/ሊቀመንበር፣ የተለያዩ አክትቪስቶች እና ሌሎች ክልል ምሥረታ አስተባባሪ ካውንስል አባላት ታፍነው ታስርዋል፡፡
የፌዴራልና የደቡብ ክልል መንግሥታት የወላይታ ሕዝብ ሠላማዊ ጥያቄ ወደ ሁከት ለመቀየር የሚደረገው ሕገ ወጥ ድርጊት እንዲያቆም አጥብቀን እንጠይቃለን፡፡ የወላይታ ዞን አመራሮችንና የወላይታ ክልል ምሥረታ ካውንስል አማካሪ ቦርድ አባላትን፣ የተፎካካሪ ፓርቲ መሪዎችንና በአጠቃላይ የሕዝቡ የትግል መሪችን በማሠር የሚቆም ትግል የለም፡፡ ፍትሐዊ፣ ሕገ-መንግሥታዊና ፍፁም ሠላማዊ በሆነ መንገድ በመጠቀም የወላይታ ሕዝብ ለሚጠይቀው ጥያቄ በሠላም ምላሽ ከመስጠት ይልቅ አመራሮችንና ታጋዮችን የማሠር እርምጃ ፈፅሞ ሕገ-ወጥና የመብት ጥሰት ተግባር ነው፡፡
በመመሆኑም የወላይታ ሕዝብ ጥያቄ ምላሽ እስኪሰጠው እና በሕገ-ወጥ መንገድ በሠላም ስብሰባ እያካሔዱ ሳሉ በወታደራዊ ከበባ የታሠሩ የወላይታ ሕዝብ የትግል መሪዎች እስኪፈቱ ድረስ ሁላችንም በአንድነት እስረኞች ነን፡፡ የታሠሩ ሰዎች በአስቸኳይ እንዲፈቱና የወላይታ ሕዝብ በክልል የመደራጀት ሕገ-መንግስታዊ ጥያቄ በአስቸኳይ ምላሽ እንዲሰጥ አጥብቀን እንጠይቃለን፡፡
የወላይታ ብሔራዊ ንቅናቄ
ነሐሴ 3 ቀን 2012 ዐ.ም
ዎላይታ ሶዶ

#AbiyMustGo

Abiy Ahmed just removed Defense Minister Lemma Megersa, Tayiba Hasan, and Milkeessa Midaksa – individuals who played a decisive role in the struggle that paved the way for Abiy’s premiership, from the ruling party. Lemma Megersa literally put Abiy first & Abiy turned against Lemma shortly after assuming power and long before Lemma knew what was going on.
Teyiba Hassan is one of the first OPDO's to have spoken against the regime in no uncertain terms. I still remember her address when she visited Oromos displaced from the Somali region.
And who can forget the work people like Milkeessaa Midaksa and
Dereje Gerefa Tullu
played in making the much hated and derided OPDO somewhat palatable and acceptable. Without Lemma Megersa, Tayiba Hassan and folks like Milkeessaa Midaksa, it is inconceivable how the occupant of the Minilik Palace would have come to be a PM. Most of us supported this PM bc we saw these individuals behind him, we trusted their judgment and credibility.
Shortly after assuming power, Abiy used his newfound power, the yes-men within the then OPDO, and the rent that comes with state power to marginalize individuals he saw as a threat to his vision of resurrecting the inglorious reactionary feudal state and his ambition to become, well, the 7th King. In fact, while telling the public that Lemma is "the brother who leads him in secret", he was working to render him irrelevant.
This PM is so delusional and spiteful that his grandiosity and messiah complex, along with his neo-neftegna enablers, now represent the greatest danger to the future of the Ethiopian state. He is full of certitude (considerably religious) but zero sense of history, and the resilience of structural forces. The country is already tethering on the brink and it is only a matter of time before it plunges into its depths.
79
5 Shares

#AbiyMustGo

==============
Bilxiginnaan kasaara siyaasaa keesa gallaan haasa'a Shimalis Abdiisaa bubbule tokko gadi baastee, "nuyi fedhii uummataa hin gannee; dhimmoota Oromoon qabsaa'uf irratti hojjataat jirraa; mirga abbaa biyyummaa mirkaneessuf Oromoon Bilxiginnaa keessatti akka aangeeffamu hojimaatan itti bobbaaneerraa; gaaffii Afaan Oromoo deebisneerraa, afaan federaalaa godhuu dhaafis wixinee labsii kaabinee federalaatti dhiyeessuf qophoofneerraa; Dhimma Finfinnees toftaa adda ta'een irratti hojjachaa jirraa; kanas kan goonuu: 1ffaa, Oromoo baay'innaan itti galchuu dhan; 2ffaa, teessoo motummaa federaalaa bakka sadiitti qooduu dhaan; 3ffaa, carraa diinagdee bakka biraatti uumuu dhaan; magaalattii guutumaa guututti irrelevant gochuu dhaan ofitti deebisnaa; nuyi warri Bilxiginnaa ijaarsa motummaa (state building) irra jirra; ijaarsa biyyaa (nation-building) irra jirraa; afaan hojii federaalaa afaan shan--Afaan Afar, Amaaraa, Oromoo, Somali, fi Tigray--goonaa;" maal maal jedha.
Kuni hundi utuu dhugaa ta'eeyyuu, motummaan Abiy fedhii ummataatin ala hojiitti hiikuudhaan raawwachisuu hin danda'u. Kana hunda seera fi heera Oromiyaa fi kan biyyattii utuu hin kabajin hojiitti jijjiiruu hin danda'an.
Ummata Oromoo irraa angoo ittin gaggeessaniin haala dimokraatawa ta'een utuu hin argatiin kana hojiitti hiikuu hin danda'an. Qabatamaan ammoo kana dhiisaati qabalee tokkoo tasgabeessanii nagaa dhan bulchuu hin dandeenye. Guyyaa guyyatti Oromoo fixaa, Oromoo akka diinatitti ofirraa haleelaa, jiru.
Garuu kuni hundi dhugaa miti. Hundi isaa soba. Miseensota isaanii amansiisuf gaaffii uummatni isaan gaafatuf deebii dhabuu dhaan warra irriiba dhaban ittin sossobuuf ta'a malee dhugaa tokko of keessaa hin qabu. Kijiba.
Akka toftaa siyaasaatis yoo ilaalle, jara kaan sobanii sossobanii biyya bulchuun furmaata hin ta'u. (Afaanota afaan federaalaa akka ta'an kan filatanis ulaagaa maal irraa ka'aaniiti? Ummatootni Naannoo Kbbaa kan akka Sidaama, Walaayittaa, Hadiyyaa, Kambaataa, Gaamoo, Silxee, Guraagee, kkf hundi isaanii lakkobsaan ummata Naannoo afaar irra guddaa dha. Garuu maaliif kan isaanii dagatame? Haqaa fi mirgoota sabaaf sablammootaa irratti maaf hin xiyyeeffatin?)
Shimalis, "siyaasni tonkolii dhaa, siyaasni qumaaraa'" jedha. Hasaan inni godhe kunis 'tonkolii' fi 'qumaara akka hin taane akkamitti beekna ree? 'Tonkoliin' isaan dugda Oromoo irra dhaabbatanii angoo irra of tursiisuuf dalagaa jiran akka hin taane akkamitti beekna? Hasaan kunis qumaara haaraa isaan Oromoo diiguf ittin taphachaa jiran akka hin taane maalin beekkama laata?
Sobanii, sossobanii, kijiba akka tooftaa siyaasaatitti ittin faytadamanii jiraachuu isaanii silaa innuu sirritti ibsate. Ergamtuu ta'uu isaanitis, innumtuu "ergamuu kan nu caalaa beeku hin jiruu," jedhee nuf mirkaneesse. Warra isaan ergatutu jijjirame malee har'as etgamtoota ta'uu isaanii nutti hime.
Ammas ergamtoota nafxanyaa akka ta'an hasaa fi gocha isaanii lafarratti qabtamaan arginu caalaa ragaan barbaachisu tokkollee hin jiru.
Oromoon haqa qaba. Qabsoon Oromoo qabsoo dhugaa fi haqa irratti hundaayee dha. Gaaffiin mirgaa Oromoon gaafate gaaffii itti qaanofnee, sagalee gadi qabannee haasaasan walitti dubbannuun miti.
Gaaffiin Oromoo gaaffii seeraan ala ta'e mitii. Gaaffiin ofin of bulchuu, gaaffiin hiree ofii ofiif murteeffachuu, gaaffiin walqixxummaa, gaaffiin dimokraasii, gaaffiin abbaa biyyummaa, kunneen hundi, gaaffii siyaasaa isa haqaa ta'uu bira darbanii, gaaffii seera heera motummaa keessatti fudhatama argatan, sirnaan hojiitti hikkamuuf ammo haala dimokraatawa ta'en murtoo ummataa eeggachaa jirani dha.
Mirgi Oromoo kan dhoksaa dhan--'tonkolii' dhan--gara siyaasa biyyattiitti 'smuggle' godhame fidamu miti.
Mirga sabaa seeraan ifaa ifatti mirkanaa'ee jiru kana hojitti hiikuu dhiisanii, guyyaa guyyatti ummata ajjeessaa, hidhaa, dararaa, hiraarsaa fi omisha fi mana irratti gubaa utuu oolanuu, kijiba isaanii kan akka tooftaa, akka abshaalummaatti itti fayyadamuu dhaaf ofii isaanitii ummataniin ummata Oromoo burjaajessuf yaalun salphina. Fafa.
Haasaan Shimalis kun yeroo ammaa kanatti kan gadi lakkifameef waanuma tokkofi: Mormii uummanni Oromoo itti jiru kana qabbaneessufi. Mormii uummatni ajjechaa Haacaaluu fi hidhamuu hogganootaa booda kaasee jiru kana dhaabsisufi.
Xiyyeeffannoon isaas kaka'insa ummataa gadi buusufi. Toftaa haarawa ajandaa ittiin jijjiruu dhaaf gadi ittiin bahan ta'uu isaati.
Warri finxaaleyyii siyaasa nafxanyaa olii gadi ooftu kunis haasaa Shimalis kana qabattee kan maraattu, haasaan Shimalis kun dhugaa dha jettee utuu hin ta'iin, dubbi kanaan sammuu Oromoo qabachuu dhaan uummatni Oromoo ijasaa mormii amma itti jiru irraa akka kaasu goodhufi. Kanaan, ajeechaa Hacaaluu irraanfachiisuf, hidhaa fi darara hogganootni Oromoo itti jiran dagachiisuf, lola Bilxiginnaan Oromoo irratti bante kana akka dura hin dhaabbanne yaada uumataa jalaa maqsuufi.
Lolatu nutti jira, Oromoo. Diinatu wal-waamee nutti roorrisaa jira. Abiy tu Oromoo cabsuuf karoorfatee nafxanyaa wajin dalagaa jira. Bilxiginnaatu ummata Oromoo akka sabaatitti 'diina' jedheeni ibsee barreeffamaan lafa kaawwatee (define godhee) nurratti bobba'ee jira.
Bilxiginnaan caasa nafxanyootaati. Bilxiginnaan diina Oromooti. Shimalisis ergamtuu diinota Oromooti.
Oromoon, kana yomiyyuu hin dagatu.
Qabsoon itti fufa.
44
2 Comments
17 Shares

#AbiyMustGo#Ethiopia

Badhaadhinni (Biltsiginnaan) Oromiyaa guyyaa har'aa gamaaggama jalqabeera. Gamaaggamni gaggeeffamus taateewwan du'a Hacaaluu Hundeessaa booda uumaman irratti xiyyeeffata. 
Paartichi ummata waliin araaramuu kan barbaadu yoo ta'e waltajjii kanaan qabxiilee kanaan gadii kana murteessuu qaba. 

1. Hidhamtoota siyaasaa  hunda gad lakkisuu 
2. Qeerroo fi Qarree Oromoo seeraan ala hidhaman hunda gad lakkisuu
3. Gaaffiiwwan Oromoon irratti  wareegamaa ture hundaafuu beekamtii kennuu fi yoo xiqqaate gaaffiilee Oromoo akka hin deebineef gufuu ta'uurraa of qusachuu 
4. Seenessa siyaasaa  fi seenaa (narrative) Nafxanyaa kan qilleensa biyyattii too'atee jiru kana xiqqeessanii , seenessi siyaasaa fi seenaa Oromoos dhageettii akka argatu hojjachuu 
5. Miidiyaalee Oromoo qilleensarratti akka deebian hayyama kennuu, meeshaalee jalaa saaman deebisuu 
6. Walumaagalatti, Diinummaa Oromummaa fi sabboonummaaf qaban kana hir'isuu
7. Paartiilee siyaasaa Oromoo fi biyyattii waliin gad taa'anii mari'achuu

#FreeJawarMohammed#and#all

Yaadaa gorsaafii waan beekkamuu qabu.

Hidhamuu obboleeysaa keenya Jawar Mohammed , Obbo Baqqalaa Garbaafii Obbo Hamzaa Borana walqabatee wanni guyyaalee muraasan kana waa'ee ragaa isaaniitin walqabatee deemaa jiru argaan ture.
Waan lama beekuun dirqama 

1ffa. Waa'een ragaa Magaarajaa duuba tahanii Jawar Mohammed, Baqalaa Garbaafii Hamzaa Boranaa irratti  ragaa bahuu denman ilaalchisee bahanii, bahuu baatanii warri ragaa bahuu deemaan je'amanii yaadamaan maqaan isaanii aktivistootaa oromoo bira gahee jira. Kanaafuu yoo Dhuguma ragaa bahuu yaadaan ifumatti yoo bahan wayya.

 Asirratti wanni beekamuu qabu warroonni jibaa oromootiifii diigumsa oromoo barbaadaan kara tokkoon Warra Bulchiinsa mootummaa Dr Abiy Ahmed  deegare fakkaatanii hidhamuu obboleeyyaan keenyaatiifii miseensota dhaabolee siyaasaa oromoo irratti tarkanfiin fudhaatame sirriidhaa jedhanii leelliisu gammadaas jiru garuu Oromoon hundi gaddaa jira.  Kara biraatiin motummaan akka tasgabii hin arganne infoormeshina dabarsanii  kennaa oromoo kakaasaa jiru. Kana kan godhaniif motummaatti nutuu dhaluu jira yoo oromoon walcabsiite nuutuu angoo qabatee Ethiopia bulcha je'aanii yaaduu.
Asiratti wanniin jala muree isinii ibsuufii himuu fedhu ragooleen amma bahuu deemaan kun enyuu akka tahaan namoonni muraasnii bekanii jiru. Guyaa ragaa eggachaa juru. Kanaaf dhoysuun isin hinbarbaachisu. 
Ragaa dhoysuurra Jawariin walqabatee warra hiitan hiytanii Oromoon araaramuu wayya. Kun gorsa obbolummaatii.

2fifa. Arra diinonni Oromootifii jibba Oromorraa warri qabu hidhamuu Obbo Jawar Mohammadiifii oggantootaa dhabilee siyaasaa oromoon walqabatee akka oromoo moohanii cabsanitti gammadaa jiru numaan walcabsanii  halkaniifii guyyaa nurraa xinxalaa jirus. Kanaafuu mee Oromoonni PP keeysaa jirtan waan deemaa jiru kana laalaa. Ormaafii diinonni oromoo gammadaa,oromoon gaddaa, boyaafii hidhaan dararamaa  jirachuun isiniif hoo sirriidhaa?  Ummata irraabaataan irraa dhalattaan bira dhabbadhaa oromoo gaddisiisuun haadhaaf abbaa oboleyyaan keysaan gaddisiisaa bochisaa akka jirtan beekaa. Yeroon hamaan kun nidabra wajjiin jiraanna yoo rabbi umrii nuukenne. Waan hunda arguuf teenya.  
Tasgabaahuun oromiyaaf oromoo biyyaatii Ethiopia je'amtuuf jirachuu isiitiif murteysituudhaa. 
Mee hamileen butamnee, miira keeysa seenee walirratti duuluu dhifnee walhaadhageyfanuu. Oromoon maaliif nun lolaa jira je'aa dhabbadhaa yaadaa laalaa.
Hidhamtootaa Oromoo Jawar Mohammed irraa kaasaa hunda isaanii halduree tokko malee gad lakkisaa.  Mee oromoof gurra kennaa. Dhageeyfadhaa. Mooraalii oromoo kabajaa. Eegaa. 
Arraaf kanumaa guyyaa garii.

Friday, August 7, 2020

#AbiyMustGo

RAGAA SOBAA!

Ragaan sobaa bulchiinsa sirna haqaa biyya kamuu keessatti yaaddoo guddaa uuma.

Biyya hiyyeettii Itoophiyaa kan teekinooloogii gadi -aanaa qabdu keessatti ammoo rakkoo olaanaa uuma. 

Dhimma Jawar fi Bekele Gerbaa ilaalchisee mootummaan ragaa sobaa qindeessaa akka jiru ifaadha. 

Kan nama gaddisiisu garuu Namootni ragaa sobaa ta’anii dhiyaatan dhuma irratti harka mootummaa tti gaaga’amu. 

Namootni sobaan ragaa bahan guyyaa tokko gara fuula duraatti dhugaa dubbachuu waan danda’aniif, jara kana mootummaan gaaga’uu ni danda’a. 

Kanaaf, dhugaaf dhaabatanii, dhugaaf dubbatanii bakka dhihe buluu wayya kan jedhaneef kanumaafi!

DHUGAA HAA DUBBANNU! DHUGAA RAGAA HAA BAANU!

#FreeJawarMohammed#Free#All

Judge: where is the witness?
Abiy: behind the curtain 
Judge: what is her/his name?
Abiy: Can’t say
Judge: is it a male or female?
Abiy: Can’t say 
Judge: Did they actually witnessed the crime happening?
Abiy: Of course, I thought them everything about the crime.
🤣

#AbiyAhmedMustGo 

Thursday, August 6, 2020

#AbiyMustGo#Ethiopia

The Ethiopian government has turned down a request by Parfait Onanga-Anyanga, UN Secretary General's special envoy to the Horn of Africa, to visit high profile political prisoners including Jawar Mohammed, a senior source has told FI. Onanga-Anyanga was in town this week and has had a meeting with President Sahle-Work, former Prime Minister Hailemariam and other senior government officials. His request to speak to prisoners was met with an outright rejection by authorities.
A UN country team report circulating internally and amongst the diplomatic community characterises the recent arrests of opposition figures as purely politically motivated. The government's move to round up and jail prominent opposition figures on trumped up charges and Abiy's unilateral decision to extend the election indefinitely have caused great concern amongst western observers who once touted the Nobel laureate as a genuine reformist. Meanwhile, faced with increasing pressure from the donor community and rattled by this week's protests in large parts of Oromia involving road blockages, Abiy's government has moved Jawar out of solitary confinement, FI has heard from reliable sources. He's now in the same cell with Bekele Gerba.
Via Finfinne intercept
Qabsoon itti fufa!

Wednesday, August 5, 2020

#AbiyMustGo

ከመርማሪዎች የተገኘ መረጃ
===================
ከዚህ በታች የምታዩት፣ የአርቲስት ሃጫሉ ሁንዴሳ አስክሬን በኦሮሞ ባህል ማዕከል ቅጥር ግቢ ውስጥ በነበረበት ወቅት፣ ሥሙ መገርሳ ያደሳ የተባለው የኦሮሚያ ፖሊስ ሠራዊት አባል የሆነው ግለሰብ እንዴትና በማን እንደተገደለ የሚያስረዳ፣ በፖሊስ አባሉ ግድያ ተጠርጥሮ የነበረው ተከሳሽ አብዱልአዚዝ ገዛሊ ለፖሊስ የሰጠው የተከሳሽነት ቃል ነው። ይህ ከፖሊስ መዝገብ የተገኘ ጥብቅ መረጃ ነው። (ይህንን ጥብቅ መረጃ ያቀበሉንን የፖሊስ አባላት ሳናመሰግን አናልፍም።)

የተከሳሹ ቃል እንደሚያስረዳው፣ በወቅቱ በብልጽግና ጽሕፈት ቤት ቅጥር ግቢ ውስጥ የጥበቃ ሥራ እየሠራ ነበር። ከአርቲስት ሃጫሉ ግድያ ጋር ተያይዞም ብዙ ግርግር ስለነበር፣ ሃላፊነታቸውን እንዲወጡ ጥብቅ ትዕዛዝ ተሰጥቶ የነበረ ከመሆኑ የተነሳም፣ በተጠንቀቅ ላይ እንደነበሩ ያስረዳል። ከዚህም የተነሳ፣ በወቅቱ ጠመንጃውን ጥይት አጉርሶ፣ አቀባብሎ፣ ምላጩን መልሶ በእትኩሮት ሥራውን እየሠራ፣ ሁኔታዎችን እየተከታተለ እንደነበረ፣ አለቃው መጥቶ "ቦታ ቦታ ያዙ እንጂ" ሲላቸውም ተደናግጦ እየተንቀሳቀሰ እንዳለ ተደነቃቅፎ እያለ ጣቱ ቃታው ላይ አርፎ ምላጩም ተመልሶ፣ ጥይቱ በድንገት እንደባረቀ፣ በዚህም ባልደረባው መገርሳ እንደተመታና በዚህም ምክንያት እንደሞተ ያስረዳል። 

የተከሳሹ ቃል በግልጽ እንደሚያስረዳው፣ በወቅቱ የነ ጃዋር አጃቢዎች ምንም ተኩስ እንዳልተኮሱ፣ ትጥቅ ፍቱ ሲባሉም፣ በተባባሪነት መንፈስ እንደ ፈቱ፣ ከእነርሱ ጋር ሌላ የመፋጠጥ ሁኔታ እንዳልነበረ በዝርዝር ያስረዳል።

እንግዲህ ይሄ መዝገብ እንደሚያሳየው፣ የፖሊስ አባሉን "የገደሉት የጃዋር አጃቢዎች ናቸው፣ እነ ጃዋርም ለዚህ ተጠያቂ ናቸው" የሚለው የብልጥግና ክስ ፈጽሞ መሠረተ ቢስ ነው።

ይሄንን የተከሳሽ ቃል እና ሌሎች ተዛማጅ ያሏቸውን ማስረጃዎች በመያዝ በአራዳ ችሎት በሚደረግ የቅድመ ክስ ሂደት (preliminary hearing) በማቅረብ በማስረጃነት ለማስያዝና በኋላ በከፍተኛ ፍርድ ቤት ለሚያቀርቡት ክስ ዝግጅት መሆኑ ነው።

የክሱ ሂደት ዝግጅት አካል የሆነው ማስረጃ የመፈብረክ ሥራም እየተከናወነ እንደሆነ ታውቋል። ለዚህ የሚሆኑ "ምስክሮች" ተመርጠው፣ 6 ኪሎ ወደ ሽሮ ሜዳ በሚወስደው ጎዳና ላይ በሚገኘው የኦሕዴድ ጽ/ቤት ውስጥ፣ "የምስክርነት ቃላቸውን" እያጠኑ፣ "ልምምድ" እያደረጉ እንደሆነም ተጠቁሟል። 

የፎሬንሲክ (forensic) ምርመራ ውጤት ነው የተባለ መረጃም ቀርቦ፣ ሟቹ የኦሮሚያ ፖሊስ አባል የተገደለባት ጥይት "የተኳሹ የአብዱልአዚዝ ገዛሊ ጥይት መሆኗን የሚያረጋግጥ መረጃ የለም" የሚል መረጃ በመዝገቡ ውስጥ እንደተካተተ ፖሊሶቹ በሚስጥር አስረድተዋል። 

ሁሉም ሰው አይቶ እንዲፈርድ፣ የተከሳሹን ዝርዝር ቃል ከዚህ መዝገብ መረዳት ይቻላል።

የሚዲያ ተቋማት፣ ይሄንን ጉዳይ በመከታተል እውነቱን ለሕዝብ ይፋ ቢያደርጉት መልካም ነው እላለሁ።

#Abiy_Ahmed_is_a_criminal!
#Abiy_is_the_past

Tuesday, August 4, 2020

#Oromo#Protest#AbiyAhmedMustGo

The Oromo protests of 2015-2018 paved the way for Abiy Ahmed to become Ethiopia’s PM. Since becoming PM, Abiy betrayed not only the individuals who put him in charge but also the Oromo public who paid the ultimate sacrifice so that they will have a decent shot at a dignified life. Time and again, he demonstrated the contempt with which he holds the Oromo people while emboldening the neo-Neftegna ideology by re-inscribing its narratives and glorifying its symbolic personifications. Under his watch, the demonisation and vilification of the Oromo has reached a new height.
The Prime Minister’s latest move to detain Oromo opposition figures such as Jawar Mohammed, Bekele Gerba and others unleashed a second round of Oromo Protests - Oromoprotests 2.0, with widespread economic boycott and road closures across Oromia, the economic heartland of Ethiopia.
I don’t know what the PM has in mind but the path he has taken are likely to plunge the country into its depths. It is no longer possible to govern a diverse country like Ethiopia where there has been considerable levels of political awakening with force, intimidation, gaslighting and/or excessive policing.
Rounding up political opponents and locking them behind bars didn’t work in the past and it is impossible to see how and why it would this time. If anything, the prospect of governing Ethiopia through sheer violence is likely to rock the country into an endless and enteractable violence that would bring about the demise of the country as we know it. It didn’t work for Derg. It didn’t work for EPRDF, and it is delusional to think that it would somewhat work this time.
It is in the interest of the country and the various nations and nationalities that make up the federation to step back from the brink and find a way forward.

#Oromo#Protest