Hundee Gaaffii Saba Oromoo: Hayyuduree ABO Obbo
Daud Ibsaa
February 13, 2016
Namoota garii biratti gaaffii saba Oromoo gaaffii dimokiraasii fi mirga namoomaa callaa fakkaata. Garuu, gaaffiin ummata Oromoo gaaffii sabummaa ti; gaaffii mirga abbaa biyyummaa ti; gaaffii mootummaa mataa ofii qabaachuu ti. Haasawaan Hayyuduree ABO, Ob Daawud Ibsaa, waggoota muraasa dura godhan kunis hundee gaaffii saba Oromoo hubachiisa.
ABO, OLF, Oromia, Oromo, Oromoo, Oromiyaa, Bilisummaa
No comments:
Post a Comment