Sunday, December 27, 2015

No Jarsumma - Jawar Mohammed

No Jarsumma - Jawar Mohammed


Jawar argues that Tadesse Birru fell because of jarsumma. Waqo Gutu fell for jarsumma. Maca Tulama fell for jarsumma.  No jarsumma with current Ethiopian leadership. 
HUBACHIISA: Jaarsummaan ammatti balaa malee fala hin fidu.
Yeroo ammaa kanatti bakkoota adda addaatti dubbii tana manguddummaan laalla jechuun jaarsolii biyyaatti dhihaachaa jiran. Mangummaan dubbii fixuun aadaa teenya taatus, haala amma jiruufi amala diina kanatin kan ka'e ammatti furmaata mit. Tooftaan diinaa maqaa mangudummaatin warra mormii kana hogganaa jiran suuta adda baafate erga dubbiin qabanoofte booda rukutuuf. Kanaaf ammoo seenaan nuuf ragaadha. Janaraal Taaddasaa Birruu manguddummaan harkatti galfatanii hidhatti darban. Waldaya Maccaa Tuulamaas diigan. Akkasumas janaraal Waaqoo Guutu jaarsummaan nagaya buufna jedhanii amansiisan. Erga isa harkatti galfatanii booda qabsaa'ota inni hogganu rukutanii sochii isaanii diigan. Innis booda bosonatti deebi'uuf dirqame.
Mootummaan tunis yeroo ummanni lubbuu itt rakkee jiru kanatti maqaa jaarsummaatin qabbaneessitee booda ilmaan keessan fixuu waan hedduuf, manguddoon biyya jalaa hin dhagayina. yoo dhugaa nagaya barbaadan joolletti dhukaasuu dhiisanii,Maastar Pilaanii ifatti dhaabanii ummataan haa 

No comments: