Thursday, July 21, 2016

#OromoProtests



#OromoProtests, July 20, 2016




‪#‎Oromoprotests‬ mormii Oromoon gochaa jirutti kan muddame mootummaan gabroonfataan yeroo ammaa kana humna waraanaa qabutti fayyadamee dhaamsuu dadhabuu isaarraan kan ka’e hooggantoota humnoota waraanaa isaatti dheekkamaa jiraachuun himame.humni waraana Agaazii tarkaanfii ishee fudhachuu itti fuftus Uummanni guyyaadhaa guyyaatti fincila isaa bifa sodaachisaan adeemsisaa jira.
Nannoon Oromiyaa bulchiinsa komaand post(hooggansa waraanaa)jala jirtu military rule isaanii osoo hin sodaatiin fincila xummura gabrummaa hadhaawaa eegalte,isa erga eegalte ji’oota saddeettan lakkoofsise fuulduratti mirgisiisaa jirti.
Gidduu darbe godina shawaa lixaa Aanaa Ada’aa bargaatti gubachuu buufata waraanaatiin wal qabatee humni waraana biyyatti naannoo sana madheeffachuurraa sodaa qabu ibseera.kun immoo injifannoo ilmaan oromoo gochaa jirtuuti…

‪#‎OromoProtests‬ Finfinne Is Filled in To Pile Trash After Oromo Farmers Stop The Trash To be thrown In Sandafa! Viva Oromo Farmers Of Sandafa Bakke!
13775549_10102428936069443_4408213325684053497_n
13781915_10102428936144293_2070439117893899325_n

Godina Wallagga Bahaa Aanaa Waamaa Hagaloo Magaalaa #Qassoo keessatti fincilli uummataa itti fufe!
~~~~~~~~~~~~~~
Tarkaanfii poolisoota wayyaanee irratti fudhatameen poolisooti hospitalatti guuramaa jiru
Ni injifanna!

#‎OromoProtests‬
Shawaa Lixaa magaalaa Ijaajjii keessatti Takkaalinyi Lachisaa barataa cimaa kutaa 11ffaa loltoota mootummaatiin ajjeefamee jira. Yeroo ammaa ummanni magaalattiifi gandoota naannoo irraa gara waajjira poolisiifi nama gurbaa san ajjeeseetti deemaa jira. Via Saphaloo Kadiir
takaalegn

#‎Oromoprotests‬ Hangaa TPLF Oromiyaa dhiftee deemtuu ni falmaanna ja’uu da’iimmaan kunis! !! Isiin hoo maal jattuu?
13770456_1134326279959091_2964276718140244862_n

‪#‎OromoPtotests‬
“Qabsoon Umataa Oromoo kalatii hundanuu Itti fufaa jiraa kanaaf hangaa wayyaanee bojii’amutii Qabsoon keenyaa ittii fufaa” Via Anii Sifa Hamid

Oromiyaa kutaalee garaa garaa keessatti mormiin haala adda taheen itti fufee ooleera.
Qotee bulaan keenya yeroo ammaa qabsoo barattoonni eegalte finiinsee itti fufaa jira.
Nuti ABO dha
ABO nu bulcha
Gabrummaan hin bullu 
Hanga bilisummaatti ni falmanna jechuun gootonni qonnaan bultoonni Oromoo qabsoo itti fufaa jiru.
BILISUMMAAN BARANAA
OROMOO BAKKA JIRTUU WANJOO GABRUMMAA FIRRAA KUFFISI. Via 
Oromiyaa Harmeekoo

Godina Wallagga Bahaa Aanaa Waamaa Hagaloo Magaalaa ‪#‎Qassoo ‬keessatti fincilli uummataa itti fufe!
~~~~~~~~~~~~~~
Tarkaanfii poolisoota wayyaanee irratti fudhatameen poolisooti hospitalatti guuramaa jiru
Ni injifanna Via Deebisaa Gadaa Maccaa

‪#‎OromoProtests‬ Shawaa Lixaa magaalaa Ijaajjii keessatti July 20, 2016 Takkaalinyi Lachisaa barataa cimaa kutaa 11ffaa loltoota mootummaatiin ajjeefamee jira. Yeroo ammaa ummanni magaalattiifi gandoota naannoo irraa gara waajjira poolisiifi nama gurbaa san ajjeeseetti deemaa jira. Via Hassan Ismail

‪#‎OromoProtests‬ Road closure in action in Hirna, West Hararge earlier today, July 20, 2016 Via Jawar Mohammed
13731749_10102428465287893_6864361727814870453_n

Breaking:
Bekele Gerba and his colleagues are at hunger strike. They were very disappointed by the decision of the court on their appeal on bad treatment by prison administration and against the violations of their human rights. They started the strike yesterday according to the sources.
================================
Here is what their lawyer Abduljebar Hussien updated on his facebook:
“In Bekele Gerba and his colleagues case the Federal High court 19th criminal bench has handed down a court ruling on our petition on defendant’s human rights violations in Qilinto prison by the prison’s administration . The court says almost all claims raised in the petition are administrative issues and it has no power to entertain them. But regarding the issue that the room they are confined in is dark and kept unlocking for 24 hours a day, the court has ordered the public prosecutor to further investigate the same and report it to the court on the regular adjournment i,e. 25/11/08, and the ruling on this single issue regarding human rights violations is expected to be rendered together with the ruling to be given on preliminary objections. In effect it can safely be concluded that the court has said nothing on the matter as we have been expecting as a litigating party.”  Via 
Eli Darash
13692581_260629477651833_1096829465054207707_n

#‎OromoProtests‬ Godina Harargee Lixaa Magaalaa Hirnaa keessatti guyyaa har’aa Adoolessa 20, 2016 keessatti mormiin gaggeeffamaa jira. Poolisoonni wayyaaneen dargaggoota keenya reebaa jiru. Mucaan tokko rukutamuus gabaafameera Via Barento Mohammed
13707543_272108679832885_6250733028292754386_n

#‎OromoProtests‬ Adooleessaa 20, 2016
Harargee Lixaa magaalaa Hirnaa keessatti ummanni mormiitti jira. poolisinis bifa kanaan uummaata shororkkeessa jiru! Via Sirkanan Ahmed
13726557_1403655709660908_493181981463918472_n

‪#‎OromoProtests‬ Oromiyaa Godina Booranaa Magaalaa Yaabelloo Gooton Oromo mormii bifa kanaan itti jiran~~~~Jabaadhaaaa!!! Via Daraaraa Sabaa 
========
#‎OromoProtests‬ In Yabellow town, Borana today July 20, 2016


13697159_1657634597892434_679679716781543758_n
13716026_1657634627892431_8366706529961359814_n
13775536_1657634644559096_2222360734526667498_n
13781768_1069489563135139_1242145022426662997_n
mormii ciimaan guyyaa hardhaa godinaa boranaa maagala yaabaalloo keessaati geegefama olee jira . mormii gaanama sa’aati 12 eegale hangaa guyyaa sa’aati 6 ittiifuufaa jira. goototni ilmaan oromoo boraana sooda tokko malee ijaa dimeesan diina duraa dhaabata turaa. ammallee ittaa funfaanna jeechuun dhadanoo dhageesisan
Aloo jaatani Ali.
Abduba naqata.
Kan akka kormaa gudoee.
Goota jarsoo waqoo.
Qeerramsa Ali garoo.
Jaaba sabii dhabee jaal tokkocha teessoo.
Dargaggoo nu leenjisee
Jaal Halake didoo.
Hayyuu gorsa goosa
Areroo Galgalo.
Jaal subii waaqoo
Jaal hulluqaa waqoo
Jaannoota boorana
Jallawwaan waaraqoo.
Dargaggoota booranaa
Warra qabsoof
Dhabnee.
Yeroottii nu tolchee
Malee yoomi callifnee rafnee?
Ka,i qeerroo tiyyaa
Jannoota booranaa.
Dhiira fi dubartiin
Jaarti fi manguddoon.
Aloo gootoota keenna
Ka,a hidhadha marxoo.
Ani Sabo Gona
Dargaggoo leenjisa.
Entii fiira dhiisee
Diina ofii leellisa?
Umar Suleiman
Guddoo irra baradhee.
Osoo kiyya qabuu
Kankee itti daradhee………
Tokkummaan huumna ilmaan ayyaa!!! Via Sabo Gona

‪#‎GonderProtests‬: The danger of creating a narrative in exchange of Self-Harm
I will be the first to tell you as an Oromo lady, our values go hand and in hand with wishing the same freedom, justice, equality and peace for all of the people currently denied access to these values. However, I will not be silent when we over play someone else’s achievement in the expense of down playing the most effective, organized, smart and courageous and longest running civil movement in the history of Oromia/Ethiopia i.e the‪#‎OromoProtests‬ because our neighbors showed up with the gun. If you think criticizing bare hand courage in exchange courage with gun, you are the problem.
We usually do not examine our own psyche and how deep the trauma we carry and lived through as people define how we see ourselves. It is an enlightenment to be an ally and an advocate for those who seek the same things we do. But, it is self-sabotage when we knowingly or unknowingly amplify minimal efforts of others while downplaying our greatest accomplishment of this generation and that calumniated by selfless efforts of those who came before us. We are disrespecting ourselves and the great sacrifices of our people both past and present in an effort to appease our neighbors. It is a great wisdom to be the bigger person at all times, I get it. However, did we forget, that these are the same people who refuse to even acknowledge the greatest effort our generation that is the #OromoProtests.
I want to speak to those in positions of power and prestige; you are responsible to uphold the values, principles and dream of your people and your nation first. We have to be our relentless ally first, before we can jump on someone else’s bandwagon. One needs to ask itself, if our allies both old and new are beneficial to our goal and then take stand. When we are self critical and beat the drum of victory for others and compare the incomparable, we have already lost the battle. The most effective weapon any enemy has ever used on the Oromo people is the Oromo people itself, do not ever forget that.
I also want to speak to those opportunistic, shortsighted and power hungry folks in all sides, we know the Oromo issue is nothing more than a ticket to the top for you. There is a fine line between being progressive thinkers and looking out for the values and principles we are dying to achieve. If these individuals use such an issue to try take an air out of the full resistance in effect in Oromo for almost 9 month still going, do not be their delivery vessel. It is not hard to draw out; fighting for liberation is not always getting involved on the battle ground directly. It is also protecting and safeguarding the values our people are paying their blood and bones for. I applaud the people of Gonder to fight for their rights in which ever way they desire and I hope the rest of them join in their fight. However, I will not stand for minimizing the massive; blood, bones and the human cost not mention the bravery of our people fighting bare hands shaking the foundation of this corrupt so called government by comparing it to something else of lesser caliber.
Just a thought, all have woken up and rising by using the road and courage that is paved by our Young and brave souls of Oromia!!! The exposure and unveiling of Ethiopian government facade made possible by our heroes who refuse to buy the image the regime sold, the image of strength and legitimacy. It is easy to shoot and kill an animal that is already wounded and going no where. Anyone with a gun can have a sudden courage or supported bravery. But, it takes real courage and bravery to stand in front of gun with nothing more than a conviction that Freedom is a value you are willing to give your life for! Sit in thought next time most of you want to drum for the other while silencing your own legitimate voice of freedom!!! Go ahead! And Do that!

Waamicha kana addatti Ijoollee ‪#‎Salaaleetiif‬!
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
Akkuma beekamu ‪#‎Minilik‬ bineensichi ‪#‎Manz‬ kan ta’e dirree Oromoo toora‪#‎Angolaalaatti‬kan dhalateefi, maqaa Mootota Shawaa jedhuun Mootota kaabaa injifachuuf xiyyeeffannaa garboomfannaa kibba biyyattiiitti geggeecheen,ilmaan‪#‎TuulamaaAbbichuuGalaanEekkaaGullallee‬deeggarsa irraa argachaa fi isaanumas buqqisuun isaa ni beekama!
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
Maarree sirna alagaa fi garboomfataa kanaa hanga har’aa nurra jiru of irraa fonqochuun falmaan geggeessunu akkuma bara Gadaa‪#‎AbbaaGadaaGaariiDuufaa‬ kan ‪#‎Ankoobariin‬achitti qaarisiisee of irraa sirna ‪#‎SaahileSillaasee‬ of irraa deebisaa ture deebisuuf, qabsoo ji’oota saddeetiif ture kana jabeessinee kaayyoosaa dhugoomsuun dirqama keenya!
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
Waan kana ta’eef, ‪#‎OromoProtests‬ haalaan itti fufneefii tumsa barbaachisu geggeesinee Uummata Oromoo kutaalee Oromiyaa biroo wajjin fincila keenya haa jabeessinu
‪#‎MeettaaRoobii‬
‪#‎YaayyaaGullallee‬
‪#‎Dagam‬
‪#‎Darraa‬
‪#‎GarbaGurraachaaa‬
‪#‎Jiddaa‬
‪#‎Fiichee‬
‪#‎WarraJaarsoo‬
Kaa’aa Ka’aa
Fincila finiinsaa
Deebisaa Gadaa Maccaatiin

No comments: