Saturday, May 15, 2021

#FreeJawar

 “Waan hedduu ni bulfanna, gaafa dabarte dubbanna!”

JAWAAR M. Caamsaa 14, 2020!
-“Roorroo sirnoota dabranii ormatu raawwate jennee externalize godhuun obsaa turre. Kan har'aa garuu nama dhukkubsa.
-Warri kaleessa alagaa waliin ummata keenya dararaa ture, kan qabsoo saba kanaatiin ergamtummaa jalaa bilisa ba’ee aangootti olbaafame, as garagalee harka galataa san ciniine.
-Kan daran garaa nama gubu ammoo warri kaleessa mooraa qabsoo keessa turan, har'a bubutuu aangootif jecha yeroo madaa sabaa irratti soodda firfirsuu yaalan arguudha. Tanas inuma irra aanna. Waan heddu ni bulfanna. Gaafa dabarte dubbanna.”
-Jawaar Mohaammad May 14, 2020!-
Maddi : Yeroon Tol



No comments: