Tuesday, June 9, 2020

#AbiyMustGo

Waggaa 4 duras ajjeechaa unnatarraa geessisaa turtantu walitti nu buusaa ture. Har’as sanuma. Gaafasis dhugaa saba keenya mootummaan ajjeefamaafi hidhamaa tureef dubbannee maqaa nu balleessuuf duulaa turtan. Ammas sanuma. Isin Ummata fixuutti deebinaan nus saaxilutti deebine.



No comments: