Tuesday, June 2, 2020

#Ethiopia

Hidhamtoota Siyaasaa Qajeelcha Poolisii Godina Gujii Aanaa Waadaraa ti Hidhaman
1 • Artist Caalaa korontoo
2• Ramadaan Haasanoo Galchuu
3 • Saadam Amaan
4• Damboobi Waaqoo
5 •Siidaa Waaqoo
6 •Biniyaam Xaahir Waaree (Beenjaamin Waadaraa)
7 •Hajjii Usuman
8 •Jeylaanii qabeessa
9 •Mohammed Isaaq
10 •Uturaa Isaaq
11 •Ramadaan Isaaq
12 •Acaaluu Toleeraa
13 •Boochaa Xaahaa
14 •Xuushuu Booreessa
15 •Haasan Kabbadaa
16 •Jamaal Kabbadaa
17 •Arabiyyuu Kabbadaa
18 •Haasan Duubee
19 •Mohammed Abdoo
20 •Kadir Galchuu Biila
21 •Quluu Baqalaa
22 •Musxafaa Xayyib
23 •Laggasaa Daani'el
24 •Kadir Galchuu
25 •Fullaasaa Husseen
26 •Mi'eessaa Elemaa
27 •Machaawaa Duubee
28 •Siraaj Mohammed
29 •Haassan Galchuu
30 •Jamaal Xayyib
31 •Mohammed Abdoo Adiyoo
32 •Abdallaa Usman
33 •Shaamballii Dheekkamaa
34 •Shaafii Qaasim
35 •Alamuu Mi'eessa
Dubartootaa
36 •Badiiroo Usman
37 •Maroo Usman
38 •Markaboo Haaj Mohammed
39 •Tamiimaa waacifa
40 •Abdiyaa Musxafaa
41 •Raadiyaa Waaqoo
Qeerroo Bilisummaa Oromiyaa Siif
Biyya lafaa tana irratti Kan Nuuti ta'aa jirru Bineensi ta'a hin jiru .
Hunda dandeenyee Hanga ammatti Abdii Murannee Yoomiyyuu
Ni injifanna Ni moona Isin Waliin jirra Oromiyaa Ni bilisoomti
Mana dhiphaa keessati Dhiphanne ukkamamne
Jireenyi halkaniif Guyyaa Nutti hadhaayee
Qeerroo Bilisummaa Oromiyaa nuuf birmadhaa
Isin Malee Homaa Hin qabnu sagalee nuuf ta'a

By Jawar Mohammed

No comments: