Wednesday, June 10, 2020

#Oromo#Revolution#Ethiopia

FXG/WXG- Warraaqsa Xumura Gabrummaa inni si'anaa.
========================================
~Karaa cufuu fi kutuu.
~Waajjiraalee Mootummaa Gubuu fi Barbadeessuu.
~Kuusa meeshaa Waraanaa Saamuu fi Barbadeessuu.
~Milishoota fi eegdoota irraa meeshaa waraanaa hiikkachiisuu.
~Oraalii fi konkolaataa Waraanaatti boba'aa darbachuu.
~Waajjiraalee Poolisii Gandaa fi Magaalootaa to'annoo ofii jala oolchuu.
~Bulchiinsa Gandaa fi Magaalootaa guutuutti to'achuu.
~Alaabaa ABO waajjiraalee Mootummaa fi Magaalootaa keessa dhaabuu,Balaliisuu.
~Saboota Oromiyaa keessa jiran akka miidhaan irra hin geenye iratti hojjechuu.
~Jaarsoliin biyyaa fi Abbootiin qabeenyaa lafa bilisa baatu tasgabbeessuu.
~Lafa bilisa baate darbanii Jaarsoota fi Abbootii qabeenyaaf laatanii,saffisaan Oromiyaa guutuutti gabroomfataa iratti tarkaanfii haleellaa fudhachuu.
~Oromiyaa keessatti yeroo fi haala walfakkaataan Magaala FInfinnee to'achuuf saffisaan iratti hojjechuu.


No comments: