Tuesday, September 1, 2020

#AbiyMustGo#OromoProtests#Ethiopia

. "It seems more than 50% COVID report by Oromia region is from prison.
- Arsi zone, from total of 300 cases 166 were from prisons
 -Zuway dugda-133
 -Diksis-33
Even TB is becoming the other deadlier disease. In Ejere prison (west shewa), 80 prisoners screened 16 were diagnosed with TB including 1 multi drug resistance TB (MDR-TB).”


Akka maddeen qorannoo godhan ibsaa jiranitti, Oromiyaa keessatti dhibamtoota COVID19 keessaa 50% kan tahan hidhamtoota. Fakkeenyaaf Arsii keessatti namoota 300 dhibee kanaan qabaman keessaa 166 hidhamtoota mana hidhaa jiranii dha. Zuwaay Dugdaatti 133, Kana malees dhibeen sombaas (TB) hidhamtoota keessatti babal'atee jiraachuutu himama. Fakkeenyaaf Shawaa Dhihaa Mana Hidhaa Ejeree keessatti namoota dhibee kana qorataman 80 keessaa 16 dhibee kanaan qabamuun beekameera. Namoonni kun baay'inaan kutaa tokkotti hidhamu waan taheef salphaadhumatti akka dhibee walitti dabarsanis beekamaa dha. Mootummaan kun yeroo dhibeen daddarbaan hammaate kanatti fayyaa ummatootaaf yaaduu mannaa dantaa siyaasaa isaaf qofa jecha warri sodaatu hunda hidhaatti naqee dhibeedhaan ficcisiisuutti akka jiru beekamuu qaba.

No comments: