Monday, August 15, 2016

#OromoProtests

Miidiyaaleen Addunyaa baayyeen ‪#‎OromoProtests‬ irratti gabaasa gaggaarii dabarsaa jiru! Dabarsuu qofa osoo hin taane afaan guutatanii woyyaanee "mootummaa abbaa-irree " jedhanii waamaa jiru. Amma dubbiin Woyyaanee : Siyaasaan kufte (100%)
Diinagdee (50%), Human woraanaa fi poolisii ( 75%). Hundi keennaa, sabboontonni Oromoo karaa cufuu fi qoqqobbii diinagdee godhuun diinagdee isaa harka dibbaa haa laamshessinu. Akkasuma humna poolisiss fi woraanaa siyaasaa fi gorsa akkasumallee worra baayyee rakkoo uume hurquudhaan haa barbaadeessinu!
-22:26
750 Views

No comments: