Saturday, August 6, 2016

#OromoProtests


#OromoProtests, August 6, 2016

‪#‎class=”_58cm”>OromoProtests‬-Hiriira Guddaa Oromiyaa keessatti adeemsifamaa jiru keessatti…
  1. Magaalaan Naqamtee dirree lolaa fakkaachaa jirti. Dhukaasaa fi mormii keessa oolte. Hanga ammaatti waraanni federaalaa 4 ajjeesee, danuun madaahanii baay’een hidhamaniiru. Dhukaasni gama lamaan dhuka’aa jira jedhu maddeen ijaan argan. Magaalli mormii guddaa fi waraana meeshaa hidhatee konkolaataan kaatuun muddama keessa jirti.
  2. Gimbii fi Mandiitti hiriira godhamerratti qeerroon 2 rasaasa waraanaan wareegamani
  3. Gullisoo, Calliyaa fi Aayiraatti uummatni hedduminaan bahee alaabaa ABO ifattii fannifatee, waraana ofirraa baase. Karaan citee waraannii itti siiquu hin dandeenye.
  4. Dukamii fi Arsiitti namootnii hiriira guddaa bahamerratti wareegamaniiru
  5. Ambotti waraatni dhukaasa banee namootni yoo xiqqaate 3 madahanii, namoota hidhaa fi amanarra deemanii doorsisaa jiru
  6. Awaday, Haramayaa fi Qobbootti mormii fi dhukaasa guddaatu ture. Awadaay dirree lolaa fakkaatteetti. Haramayaatti barsiisotni yuniversity hidhamaniiru. Hararitti waraanni uummata bittinse.
  7. Adoolaatti waraanni namni akka hiriira baane dhorke, shaakkisoonimmoo hiriira mormiin guutte.
  8. Walisoo, Gudar fi Xuqur Incinnii har’a dhukaasa qawwee fi hiriira diddaa keessummeessaa jiru
  9. . Burraayyuu fi Finfinneettis hiriirri godhameera. Reebbichaan ture




Picture from Finfinnee ‪#‎oromiagrandrally‬ ‪#‎oromoprotests‬
Picture from Finfinnee ‪#‎oromiagrandrally‬ ‪#‎oromoprotests‬
Grand #OromoProtests Waliso, SW Shewa
Grand #OromoProtests Waliso, SW Shewa

Oromo protest in ginchi town

Federal Police Brutality in Addis Ababa, Ethiopia during #OromoProtests Today 8/6. Social Media Access Is Currently Being Blocked By Government During Nationwide Protests


FXG Godina Arsii Magaalaa Qoree Keessatti Guyyaa Har’aa Deemaa Jiru.

Ethiopia: Protests in more than 200 cities in Oromia region

‪#‎OromoProtests‬ Lagahar, Finfinne mormiin kan fakkaata
13912812_1417158984977247_660170443158168626_n
13903423_10209048637327405_3168862000101418885_n

‪#‎OromoProtests‬ Dodola August 6, 2016
‪#‎OromoProtests‬ Dodola August 6, 2016
13962759_10102460932488363_23517847848240229_n



Awaday today, August 6
Awaday today, August 6

#‎OromoProtests‬-Mormii Oromoo guyyaa har’aa Arsii lixa Magaalaa Asaasaa keessatti gaggeeffame irratti Agaaziin Oromoota hedduutti dhukaasa bantee maddeessite. Isaan kunneen kannneen madaawan keessaa ti. Via Dhábasá W. Gemelal
13886953_10208974179903436_7763555520816557145_n


‪#‎OromoProtests‬– Mormii Hagayyaa 6 bara 2016 kan magaalaa Holotaa irratti ummati sagalee tokkoon mootumama Wayyaanee balaaleffate. Mormii mootummicha irraa qabus akka ifatti mul’atuu fi beekamu taasisaa jiru.
===========
This is the Grand #OromoProtests in Holota, central Oromia.
13924844_10208974199343922_4727861783528519010_n


No comments: