Wednesday, August 17, 2016

#OromoProtests

Reminder for Protesters ! (Solidarity Rally)
‪#‎OromoProtests‬ ‪#‎AmaraProtests‬
Please don't forget to include supporting the UN call for investigation of killings. We have to show our support and urge that. This demand has to be included in all letters and slogans we make.
Slogans:
US support UN Human Rights call for investigation!
We demand Independent Inquiry of the Massacre!
We support the UN call for Investigation of Killings in Ethiopia!
US, Pressure Ethiopia to allow U.N. High Commissioner for Human Rights investigation.
-------------------------------------------------------------
‪#‎OromoRevolution‬
dhaadannoowwanii fi gaaffilee keenna keessatti barbaachisumma fi deeggarsa Qorannoo Bilisaa kan Mootummaan Gamtooman Gaafate san deeggaruu fi biyyoonni addunyaa mootummaa Itoophiyaa irratti dhiibbaa akka godhan gaafachuu qabna.
Xaalayootaa fi ibsa katabnu mara keessatti kana galchuu qabna.
Biyya keessattuu uummanni keenna '' Mootummaangaaffii Qorannoo kan Komishiinni Mirga namoomaa kan Mootummoota Gamtoomanii (U.N. High Commissioner for Human Rights )
Mootummaan Gamtooman Gaaffateef eeyyamuu qaba jedhamee gaafatamuu qaba. Mata-duree hiriiraa ta'uu qaba!
Bu'aan isaa maali?
1. Yo xiqqaate osoo worri sun biyya keessa jiruu nama hiriira bahe ajjeesuun rakkoo itti ta'a.
2. Namoota kaampii woraanaa fi bakka garaagaraatti hidhe hiikuuf dirqama.
3. Badii fi yakki isaa ni saaxilama!
4. Yo namoota yakka raawwatan seeraaf hin dhiyeessine UN biyyittii irratti qoqqobbii diinagdee gata.
5. Yakki isaa kun galmoofnaan ammoo Manneen murtii addunyaatti dhiyaata.
---------------------------
6. Uummanni keenna bayee gaaffii (Mootummaan Gamtooman /UN biyya seenee haa qoratu! ) jedhee gaafachuun ammoo UN fi biyyoonni lixaa mootummaa Itoophiyaa dirqisiisuuf karaa banaaf.
Please do fliers on this, both in Afan Oromo, Amharic and English!
Horaa Bulaa

No comments: