Monday, August 1, 2016

#OromoProtests

‪#‎OromoProtests‬ motummaan Wayyaanee ummata oromoo irratti tarkaanfii garajabinaa fudhataa deemun isaa Oromoo hammesaa jira inn kun gaaga'amma hamtuu biyyatti itti afeeraa jira. Gaaga'amma dhufaa jiru kan itti gaaffatamu mootummaa wayyanee akka ta'ee hubaachisaa ummanii TIGRAY ijoolle isaanii dhiigaa ilmaan Oromoo dhangalasaa jiraan fi biyyaa oromoo saana jiran Oromoo irra dachaaftu qabaan.
Dhiigin ilmaan Oromoo dhangala'e hin haafu ‪#‎QIF‬

Ethiopian Government must stop killing of Oromo Youths. for coming risc of justice in that country Woyane group should take responsibility.

No comments: