Friday, August 5, 2016

#OromoProtests



Waamichaa Lammii fi Biyyummaa Hidhattoota(Loltoota) Ilmaan Oromoo Mootummaa Woyyaanee Keessa Jirtan Hundaaf
=================================
Isinuu bayyee isaa rakkoo lammiin keessan keessa jiruu ni beektuu, ni argtuu, ni dhaageesu. Rakkoo duguuggii sanyii isa dhumaatiif Wayyaneen lafa irraa nu fixxee baduuf jirtu kan yeroon dhumaa kana booda ttii hafee akka hin jirree argaa jirtu.
Maarree gaafa ummannii sirriittii cimee waliin iddoo hundaattii waliin yeroo tokko ka'ee " kan dursee itti gargalchuu nu'ii" jechaa turtanii.
Nuus gaafa giitii "lammiin lammii ttii baqata" mitii ?
Kanaafuu waadaan achuma diina keessa teesanii arka lafa jalaatiin maatii fi hiryaa keesanii ttii himaa turtanii "yeroon ishii kunootii "jedha sabnii bara dheeraaf garbummaa jala turee bilisummaa arkaan xuquuf hiixaataa jiru. Yoo diddani gafatama seena jala hin baataanii. Bilsoomuun booreedha hin olu.

No comments: