Friday, August 5, 2016

#OromoProtests

Warra Finfinneef ( this is the rally of OromoProtests information to Addis Abeba Oromos )
=======
Bakki itti wal arginu Addabaabayii Masqalaa/Stadium ta'uu beektanii kallattii achitti walitti dhufnu akka armaan gadii ta'a.
1. Warri Burraayyuufi Askoo karaa Wiingeetiin warra Guullallee, Addis Katamaa dabalachuudhaan
2. Warri Ayar Xeenaa, Kaarraa, Walattee, Alamganaa, karaa Xooraayiloochiin warra Lidataa dabalachuudhaan
3. Warri Jamoo, Laaftoo, Labuu, Makkaniisaa, karaa Saarbeetii warra Qeeraa dabalachuudhaan
4.Warri Aqaaqii Kaallittii warra Saaris Aabboogi Gootaraa dabalachuudhaan
5. Warri Boolee, Garjii, Haayaat, CMC, Gooroo, warra Magganaanyaa dabalachuudhaan
6. Warri Shiroo Meedaa, 6-kiloo, warra kiiloo 5fi 4 dabalachuudhaan
7. Warri Dilbarrii, Addisu Gabiyaa, Samen Mazzagaajjaa, Ruufaa'el, warra Piyaassaa dabalachuudhaan,
8.Warri Laga Xaafoofi Laga Daadhii, Marii, Kotobee, Kaarraa, Ekkaa, Kaasaanchis dabalachuudhaan,
Addabaabayii Masqalaatti Wal agarra.
Hub:Warri Sabbataafi Galaan yaada keessaan nu beeksisaa.
Suluulti, Hoolonni kophaa isaanii godhachuuf murteeffataniiru.
Hub: Yoon nuti baay'annii walbira dhaabanne saboonni kaanis ni ka'u. Gaachana waliif taanee irree Oromummaa haa mudhifnu!
Koree Qindeessituu Finfinnee
"Warra Finfinneefi Naannoo Isheef" jedhamuu qaba mata dureen isaa. Kun sirriitti afaan hindaan hiikamee irratti guyyaa guutuu hojjetamuu qaba. Finfinneen murteessaadha.

No comments: