Friday, July 31, 2020

#AbiyMustGo

#FreeOromoJournalists
Ji'a hardha ture hoomaan loltoota Bilxi-Nafxi (Nafxanyaa)  wajjira OMN Kan  Weerare.

Loltoonni Bilxi-Nafxi keessaan kilashii alaa ammoo "Matarayasii" makiinaa pickup irra nurratti qiyyafatee ture.
Mootummaan nafxanyaa Gaazexeessitoota OMN  3, Shofeerota 2, teeknishaana duraanii tokko hidhee jira.
Qabeenya OMN Kaan saamee, Kaan caccabsee jira.
OMN hojjatoota isaaf mindaa akka hin kafallee maalaqa OMN free godhee, account (baankii) hojjatoota cufee jira.
Kun ammoo hojjatoota rakkoof saxilaa jira.
Hojjatoota OMN oromummaa qofaaf Mootummaa nafxanyaan hidhaman:
-Mallasaa Dirribsaa
-Mohammad  Siraaj Alii
-Guyyoo Guyo Wariyo Aba-Jirma
-Boggaalaa Dirribsaa (Shofeera)
-Ciibsaa (Shofeera)
-Naasir Adam (DirreDhawaa irraa).
Naasir Ahmad Abba Nuun Studiio DirreDhawaati.
Loltooni Nafxanyaa Qabeenya Nuun Studio ni Saaman, ni caccabsan.  Naasir Ahmad ammoo reebichaan miidhaa cimaa irraan gahan.

#FreeOromoJurnalists
#FreeOMN
#Down Bilx-Nafxi

No comments: